“Menschen für Menschen”  Hojii Tola-ooltummaa  Qarshii Miliyoona 600 Itiyoophiyaa Keessatti Hojjechuufi  

Dhabbanni “Menschen für Menschen” yokaan “Namoonni Namootaaf” jedhamu, Itiyoophiyaa keessatti qarshii Miliyoona 600n hojii tola-ooltummaa ka garagaraa hojjachuuf karoorfachuu isaa beeksise.

Dhaabbatichi hojiilee isaa ka sagantaa isaa Misooma Qindaawa Baadiyaa jedhutti xiyyeffatee kan hojjetu tahuus beeksisee jira.

Your browser doesn’t support HTML5

“Menschen für Menschen”  Hojii Tola-ooltummaa  Qarshii Miliyoona 600 Itiyoophiyaa Keessatti Hojjechuufi