FINFINNEE —
Itoophiyaatti guyyoota kurnan darbaniif guyyaa guyyaatti namoonni 12 sababa vaayirasii koronaan lubbuu isaanii dhabu, jechuun ministeeri fayyaa Itoophiyaa ibseera.
Tatamsa'inni vaayirasichaa dachaan dabaluun namoota guyyaatti giddu-galeessatti 6000 irraa saamuudni fudhatame keessaa kanneen 800 ta'an vaayirasichaaf saaxilamoo dha, jedhan Ministarri Fayyaa Dr.Liiyaa Taaddasa. Gabaasaa guutuu caqasaa
Your browser doesn’t support HTML5