ADAAMAA —
Guyyota afurtamaaf laganaa nyaatarra akka turan kan himamu Obboo Jawaar Muhaammadi fi Obbo Baqqalaa Garbaa faa kadhaa fi marii olaana manguddooni taasisaniin lagannicha nyaata dhaabuun isaani himamee jira.
Namoota kanneen gama sirna nyaataa idileetti deebisuun rakkoo waan qabaatuuf hordoffiin cimaan akka taasifamaafi jiru haakimoonni isaani dubbatan.
Gabaasaa guutuu caqasaa
Your browser doesn’t support HTML5