Vaayrasii Deltaa Of-eeggannoo Cimaa Barbaaada: Dr.Jamaal Haassan

  • Jaallannee Gammadaa

(Suuraa faayilii)

Yunaaytid Isteetes keessatti vaayrasiin koroonaa kan bifa jijjirrate fi Deltaa jedhamuun lakkoobsii namoota qabamanii akkaan dabalaa jira.


Waa'ee vaayrasii kanaa fi of- eeggannoo barbaachiisu irratti qorataa dhukkuboota daddabroo fi daddabroo hin ta'iin akkasumas faca'iina dhukkubootaa kan hordofan Dr. Jamaal Haassan waliin gaaffii fi deebii gaggeeffamee caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Vaayrasii Deltaa Of-eeggannoo Cimaa Barbaaada: Dr.Jamaal Haassan