Addi Bilisumaa Oromoo Wajjira Gullallee Wagga 26 Booda Banate

Faayilii - Simannaa ABO

Addi Bilisumaa Oromoo wajjira isaa Gullallee wagga 26 booda hardha banate. Ibsa hardha wajjira kanatti kenameen akka jedhametti banaamuun wajjira kana waliigaltee mootumma waliin ture keessa isa tokko jedhamee jira.

Muktaar Jamaal dabalata qaba.

Your browser doesn’t support HTML5

Addi Bilisumaa Oromoo Wajjira Gullallee Wagga 26 Booda Banate