NAYIROOBII —
Dhuma torbee darbee kana Mooyyaletti name shan erga dhukaasaan ajjeefamee booda magaalaan rakkoo keessa jirtii jedhan jiraattonni magaalattii VOA’tti dubbatan. Jiraattonni ajjeechaan kun naannoo Seessii jedhamutti raawwatamuu himanii; warra du’e kana keessa ijoolleen dubraa fi jaarsi ganna guddoo jiraachuu himan.
Mootummaa fi Waraanni Bilisummaa Oromoo naannoo kana keessa socho’an ajjeechaa kanaaf qub walitti qabaa jiru; Galmoo Daawit dabalata qaba.
Your browser doesn’t support HTML5