Wallagga Bahaa, Jimmaa Arjootti Harka Qalleeyyiin 460 Tahan Arjoomtotaan Gargaaraman  

Dhalattoonni aanaa Jimmaa Arjoo Biyyoota Alaa fi Itiyoophiyaa keessa bakkawwan adda addaa jiraatan namoota harka qalleeyyii 460 tahan kanneen aanicha keessa jiraataniif deggersa arjoomanii jiran.

Kana malees Hospitaalaa fi buufata fayyaa magaalaa Arjoof meeshaalee ittisaa Vaayrasii Koronaaf oolfaman kanneen akka alkoolii, saanitaayizaarii, maaskii fi uffannaa ogeeyyii fayyaa gumaachaanii jiran, arjoomtonni kun.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Your browser doesn’t support HTML5

Wallagga Bahaa, Jimmaa Arjootti Harka Qalleeyyiin 460 Tahan Arjoomtotaan Gargaaraman