FINFINNEE —
Waldaan Barressitoota Oromoo, hojiiwwan barreessaa asoosama Oromoo angafa yeroo ammaa dhibeen fayyaa mudate, kan Obbo Gaaddisaa Birruu uummata wajjiin wal-barsiisuu fi gumaacha barreessichaaf kabajaa kennuutti ka fuuleffate sagantaa tokko tibbana qopheessee ture.
Sagantaa kana irratti qophiilee barreeffamootaa fi hojii Obbo Gaaddisaa Birruu yaadachiisanii fi hirmaattota bohaarsan adda addaa tu dhihaate.
Your browser doesn’t support HTML5