WAASHINGITAN, DIISII —
Bara xumuramaa jiru kan jechuun bara 2010 kan Itiyoophiyaa hojii diplomaasummaa adda addaa Milkaa’inni kan itti argame ta’uu ministriin dantaa alaa Itiyoophiyaa beeksisee jira.
Nagaa Eertraa fi Itiyoophiyaa gidduutti bu’e akkasumas lammiiwwan Itiyoophiyaa fi kanneen hidda dhalata Itiyoophiyaa biyya alaa keessa jiraatan waliin mariin geggeessames akka ragaa ta’ee dhiyaateera.
Kanas kan beeksisan dubbi himaa haajaa alaa Itiyoophiyaa Mallas Alam turan. Seneteroota Ameerikaa gara Itiyoophiyaatti imalaa jiran kan ilaaleenis dubbatanii jiru obbo Mallas Alam.
Your browser doesn’t support HTML5