AMBOO —
Naannolee Benishaangul Gumuziifi Gaambeellaatti, weerara Kooviid-19 ittisuuf jecha hojii hubannoo kennuu fi to’annoo hojjataa jirra jechuun beeksisan, Biiroleen Fayyaa Naannolee kunneen.
Kooviid-19’n qabamanii, amma garuu fayyuu isaanii jiraataan magaalaa Asoosaa dubbatan tokko, “namootan beeku sababaa Kooviid-19 du’aan of biraa dhabeera” erga jedhanii booda, “hawaasni haguuggii afaaniifi funyaanii godhachuun, Kooviid-19 babal’achaa jirurraa of eeggachuu qaba” jechuun ergaa dabarsan.
Your browser doesn’t support HTML5