WAASHINGITAN, DIISII —
Itti-aanaa prezidaantiin bulchiinsa naannoo Tigiraay fi dura-taa’aan Adda Bilisummaa Uummata Tigiraay – Dr. Debre-Tsiyoon Gebre-mikaa’el haala yeroo ammaa irratti ibsa kennaniin bulchiinsa naannoo Tigiraay keessa naannoolee adda addaatti hiriirawwan geggeessaman irratti naamusni uummatni agarsiise sirnaaf bultummaa isaa agariisa – jedhanii jiran.
Gabaasaa Mulugeetaa Atsibahaa, Maqalee irraa erge caqasaa.
Your browser doesn’t support HTML5