Erga mormii bara Appaartaayidii tii as jeeqamni inni guddichi Afriikaa Kibbaa eega geggeessamee guyyoota dhibba tokko booda, dhaabbatoonni daldalaa saamaman hojii isaanii bakkatti deebifachuuf hanga yoonaa mootumaa biraa akka deggersa hin argatiin dubbatu.
Filannoon naannoolee dhiyaataa jirutti, hojiin hojjetamu boodatti harkifachuun paartii biyya bulchu kan Afikaa Kibbaa, “ANC” qormaata keessa galchee jira. Gabaasaa guutuu daawwadhaa.