Oggaa 20 dura gaafa Fulbaana 11, 9'/11' taatee ture ijoolleen bara san dhalataanifi oggas daa’ima xinnoo turan waan yaadatan in qaban.
Garuu magaala miidhaa haleellaan sun geechiserraa damdamattu keessatti guddatan. Dargaggootaa fi Labata Niiw Yoorkiif 9/11, guyyaan magaalttin haleellaa shororkeessaatiin itti dhahamte hiikaa akkamii qaba? Gabaasa Tiinaa Triin Tigist Gammeetu dhiheessa.