AMBOO —
Dhaabbatni nyaata ho’aa maammiltoota biraan gahuuf onnattee hojjechuuf karoorfate kan ’Tikus Delivery’ jedhamu hundeeffamee jira.
Hundeessitoota keessaa tokko kan tahe hoj-gaggeessaan dhaabbatichaa, dargaggoo Amiir Reedwaan, hojii soorata ho’aa maammiltootaaf bakka jiranitti dafanii dhaqqabsiisuu kana, mala geejjibaa ‘saayikiliin’ akka hojjachuuf jiran dubbata.
Kunis gaasii Kaarboon-Daay-Oksaayidiii qilleensatti gadi dhiifamu hirrisuun, jijjiirama qilleensaa ittisuu keessatti qooda qaba jedha. Dargaggoota 1000’f carraa hojii uumuufis kaayyeffachuu isaas hoj-gaggeessichi ‘Tikkus Delivery” himee jira.
Gabaasaa guutuu caqasaa
Your browser doesn’t support HTML5