Dhimma Obbo Lidatuu Ayyaalew

Obbo Lidatuu Ayyaalew Akka Himannaa Irratti Dhihaate Of Irraa Ittisan Manni-murtii Beellama Kenne 

Manni murtii ol’aanaa Godinaa Shawaa Bahaa, himannaa meeshaa waraanaa seeraan ala qabachuu Obbo Lidatuu Ayyaalew irratti dhihaate akka himatamtichi of irraa ittisa dhiheeffatan Sadaasa 16 bara 2013tti beellama kennee jira.

Waa’ee mirga wabii dhukkubsachuu Obboo Lidatuutiin walqabatee Abukaatoo isaan dhihaate irratti muritii keennuuf immoo Sadaasa 11 bara 2013tti beellamee jira.

Your browser doesn’t support HTML5

Dhimma Obbo Lidatuu Ayyaalew