Doktoroonnii Keeniyaa Mormii Hogganaa Turan Hidhaan Ji'a Tokkootin Adabaman

  • VOA

Miseensoonni waldaa doktoroota Keeniyaa mormii hojii dhaabuu hogganaa turan hidhaan ji'a tokkoo itti murtaahe. Mormiin godhamaa ture buufatooota fayyaa 2,500 oltti gufuu ta'aa turuu fi lammiiwwaan Keeniyaa miliyoonaan lakkaawwaman tajaajila fayyaa dhabsiisuun isaas ibsameera.

Gabaasa Mohaammad Yusuuf Naayroobii irraa erge dhaggeeffadhaa

Your browser doesn’t support HTML5