Fiigichi Kiiloo-meetira Shanii Tuurizimii Hawachuuf Karoorfame Baalee, Roobeetti Geggeessame  

Fiigichi mata-duree "Baalee Haa Daawwannuu" jedhuun Komishiinii Turizimii Oromiyaa fi Saadiyaa Malti Miidiyaa waliin ta'uun Baalee Roobeetti qopheessan irrattti Gezzaahenyi Dirribaa fiigicha kiloomeetira shanii daqiiqaa 14 fi Sakandii 32tti fixuun tokkoffaa bahee jira.

Hirmaattota sadarkaa tokkoffaa haga sadaffaa bahaniif badhaasni mallaqaa fi medaaliyaan kennameefi jira.

Your browser doesn’t support HTML5

Fiigichi Kiiloo-meetira Shanii Tuurizimii Hawachuuf Karoorfame Baalee, Roobeetti Geggeessame