Kan baatii Bitootessaa keessa ayyaaneffamaa jiru, guyyaa dubartoota Addunyaa yokaan MARCH 8 ilaalchisee, keessummaa dhiheessinu qabna.
Geeraawarq Katamaa jedhamti. Komishinara ykn Madaaltuu Murteessitootaa Kubbaa Miilaa ka sadarkaa Oromiyaa fi biyyoolessaa ti.
Geeraawarq magaalaa Naqamtee bakka addaa Calalaqii jedhamutti dhalattee guddatte. Daa'imummaadhaan ijoollee dhiiraa waliin kubbaa taphataa akka guddatte ka dubbatte, Geeraawarq akkamitti akka carraa kubbaa miilaa taphachiisuu argattee fi hamma idil-addunyaatti beekamuu geesse nutti himti. Naakoor Malkaa ti bilbilaan dubbise. Ijoollummaadhaan Kubbaa miilaa taphachaa turuu ishee ibsuun eegalti.
Your browser doesn’t support HTML5
*Maxxnsa duraa irrattii Geeraawarq Komishinara ykn Madaaltuu Murteessitootaa Kubbaa Miilaa ka sadarkaa addunyaa kan jenne dogoggoraanii. Nu oofkalchaa.