Godiina Gujii  Bahaa Ganda Reejjii Keessatti Namnii Tokko Torban Kana Ajjefamuu Jiraattonni Ibsanii Jiru

  • Jaallannee Gammadaa

Faayilii - Hiriira Mormii Gujii, Oromiyaa

Roobii darbe galgala naannoo warshaa Miidrook ti polisiin Federaalaa namoota sadii reebanii siicoo warshichaa keessaa ba’u keessatti gatan jedhu jiraattonni. Isaan sadan keessaa dargaggoo Dastaa Masfin achuuma keessatti du’u fi dargaggoo Abiyot Dhekkamaa fi Yohannis Birbirsaa lubbuun hafanii yeroo ammaa hospitaala keessatti wal’anamaa akka jiran dubbatu.

Bulchaan ganda Reejjii dargaggoon tokko du’e kabiraan yeroo ammaa yaalamaa akka jiru inni sadaffaan garu miliqree ba’u dubbatu.

Gabaasa Guutuu Caqasaa

Your browser doesn’t support HTML5

Godiina Gujii  Bahaa Ganda Reejjii Keessatti Namnii Tokko Torban Kana Ajjefamuu Jiraattonni Ibsanii Jiru