ADAAMAA —
Har’a haala adeemsa filannoo magaalaa Adaamaa oduu-gaabaasaan VOA Galmoo Daawit keessa deemee ilaaleera.
Ganamaa kaasuun namootni filannoof galmaayan buufataalee filannootti akka sagalee kennaa turan himee, buufataalee filannoo takka takka keessatti garuu taajjabdoonni paartilee siyaasaa akka hin argamiin hafan qindeessitootni itti himuu isaanii dubbata.
Gabaasaa guutuu caqasaa
Your browser doesn’t support HTML5