Haleellaa Boombii Naqamtetti Raaw'atameen Kan Du'e 1, Kan Madaa'e 9 Jedha Poolisiin 

Faayilii Karra Hoospitala Naqamtee

Magaalaa Naqamteetti, Sanbata darbe Boombiin Dho’ee nama ajjeesuufi Namoota Hedduu madeessuusaa Poolisiin beeksise.

Ajajaan Poolisii Magaalaa Naqamtee qaamota haleellaa kana raawwatan jedhan ibsanii, namoota haleellaa kana raawwachuutti shakkaman qabuusaanii dubbataniiru.

Abbaan Qabeenyaa Hoteela boombiin irratti darbatamee, maammiltoota keessaa malee hojjattootni isaanii keessaa namni akka hin madoofne himanii, qabeenyi isaanii garuu akka manca'e dubbatan.

Your browser doesn’t support HTML5

Haleellaa Boombii Naqamtetti Raaw'atameen Kan Du'e 1, Kan Madaa'e 9 Jedha Poolisiin