FINFINNEE —
Hayyu-dureen ABO obbo Dawud ibsaa fi namoonni isaanii waliin galaan mooraa ala bahuun,akkasumaas namni kan bira ala mooraa keessa seenuu akka hin dandeenye dhorkamaniiru jedhame.
Obbo Waaqoo Noolee qondaalii siyasaa ABO obbo Dawud Ibsaa waliin galu. Akka isaanii jedhanitti kara egdootaa hayyuu duree ABO motummaan kanaan dura ramadeefin manaa bahuu fi olseenuun akka hin danda'amne dhamsi nuu qaqabee jedhu.
Gabaasaa guutu caqasaa
Your browser doesn’t support HTML5