Ogeessa Seeraa fi Abukaatoo: Kanneen Yeroo Hidhaa Xumuratanii Hiikaman Akka Hojii Argatan Waajirri Fooresikii fi Manni-murtii Ragaalee Barbaachisan Barreessuufii Qaban

  • Namoo Daandii

Yakkawwan adda addaatiin himatamanii kanneen adabbii hidhaa fixatanii ba’an, Ashaaraa fi Xalayaa yakka irraa walaba ta’uu keenya mirkaneessu dhorkamuun hoji-dhablummaaf nu saaxile, jedhu.

Siyaasaa Adda Bilisummaa Oromoo geggeessitanii fi gochaa diiggaa biyyaatti bobbaatan – ka jedhu dabalee – yakkawwan adda addaatiin himatamanii kanneen adabbii hidhaa fixatanii ba’an, Ashaaraa fi Xalayaa yakka irraa walaba ta’uu keenya mirkaneessu dhorkamuun hoji-dhablummaaf nu saaxile, jedhu. Kanneen keessaa hidhamtoota duraanii lama qophii torban dabree irratti haasofsiisuun keenya ni yaadatama. Har’a immoo, dhimmi hidhamtoota duraanii kun ija seeraa fi mirgaatiin akkamitti ilaalama ka jedhutti fuuleffannee, ogeessa seeraa fi abukaatoo – Obbo Wandimmuu Ibsaa haasofsiisnee jirra.

Your browser doesn’t support HTML5

Ogeessa Seeraa fi Abukaatoo: Kanneen Yeroo Hidhaa Xumuratanii Hiikaman Akka Hojii Argatan Waajirri Fooresikii fi Manni-murtii Ragaalee Barbaachisan Barreessuufii Qaban