Hogantoonni biyyoota afrikaa fi adduunyaa sarbiinsaa mirgaa namoomaa Itiyoophyaa, naannoo Tigiraay keessatti adeemaa jiruu irrati akka darann sagalee isaanii dhageesesanii fi tarkaanfii fudhatan dhaabannii mirga namoomaaa Aminastii intrnashinaal gaafateera.
Your browser doesn’t support HTML5
Dhaabbanti ka biraan, International Rescue Committee yokaan IRC jedhamus, Tigiraay keessatti dubartootaa fi durboota irratti miidhaan hamaan geggessamuu ibsee, namoonni gochaa kana raaw’atan ammallee seeratti hin dhihaanne, jedha.
Mootummaan Itiyoophiyaa gabaasaalee lameen ammaa kanaaf deebii kennuudhqaa baateyyuu, ibsa muummicha-ministaraa Itiyoophiyaa dhiheenya kana paarlaamaa biyyattiif kennan irratti dabalatee, mootummaan Itiyoophiyaa sarbinsa mirgaa, rakkoo gi gidiraa lammiwwan naannoo Tigiraay irrtti raaw’atameef Adda Bilisummaa Uummata Tigiraay yokaan HIWEHAT balaaleffate.