Itiyoophiyaan Filannoof Haala Miijessuu Qabdi, Jette Yunaayitid Isteetis

  • VOA

Ministira Haajaa Alaa Yunaaytid Isteets, Antonii Blinkan

Itiyoophiyaa keessatti hojiin dimookiraatessuu akka geggeessamu ka deggertu tahuu kan ibsite, Yunaayitid Isteetis, “filannoon walaba, madaalawaa fi amanamaa” ta’uu ka danda’u yoo haalli filannoon ittiin geggeessamu miijawaa tahe, jechuun akka Itiyoophiyaan haala filannoo sana miijessuu qabdi, jetti.

Your browser doesn’t support HTML5

Itiyoophiyaan Filannoof Haala Miijessuu Qabdi, Jette Yunaayitid Isteetis