Jaarmayaan Fayyaa Addunyaa Waamicha DhiyeesseeJira

  • VOA

Faayilii - Dr. Tewodroos Adhaanoom, Dura taa'aa Jaarmayaa Fayyaa Addunyaa

Weerara vaayrasii koronaa kan hatattamaan faca'aa jiru hanqiisuuf mootummonni tarkaanfii jabaa kan waliigalaa hojii irra akka olchaniif Jaarmayaan Fayyaa Addunyaa(WHO)gaafatee jira.

Kunis lakkoobsa namoota vaayrasichaan qabamanis ta'e du'an gad qabuuf yaadamee akka ta'e ibsamee jira.

Vaayrasii haaraa kan koronaa biyyoota Awuroopaa fi addunyaa iddoo biraattis balaa guddaa geesisaa jira.

Gabaasa Guutuu caqasaa

Your browser doesn’t support HTML5

Jaarmayaan Fayyaa Addunyaa Waamicha DhiyeesseeJira