Konferansiin Waldaa Qorannoo Oromoo Bara Kanaa Rakkoo fi Carraa Dhaabota Siyaasa Irratti Mari’achuuf

  • Namoo Daandii

Prezidaantii OSA ka marsaa ammaa, Dr. Tafarii Margoo

Waldaan Qorannoo Oromoo yokaan OSAn, xumura torban kanaa irra, Sanbataa fi Dilbata, jechuun Hagayya 4 fi 5 kan as Waashinton DCtti argamu Yunivarsitii Kaatoolikii Ameerikaa keessatti kora yokaan konferansii isaa waggaa geggeeffachuuf qophiitti jira.

Akkaataan deemsa konferensii bara ka baroota dabrani irraa haga tokko adda tahuu isaa dubbatu – hoogganoonni waldichaa. Prezidaantii OSA ka marsaa ammaa, Dr. Tafarii Margoo dubbiseen jira.

Ka biyya Kanadaa jiru – Yunivarsitii of Water-luu keessatti, proofeesara barnoota dingadee ti – Dr. Tafariin.

Gaaffii fi deebii guutuu dhaggeeffadhaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Konferansiin Waldaa Qorannoo Oromoo Bara Kanaa Rakkoo fi Carraa Dhaabota Siyaasa Irratti Mari’achuuf