Kanneen Kora-sabaa Paartii Dimookiraatotaa, kutaa Pensylvania – magaalaa Filaadelfiyaa keessatti geggeessamaa jiru irratti halkan dabre haasawa godhan – Prezidaant Obaamaa fi dirmookiraatonni hoogganoonni biyyattii ka biroon, dorgomaa garee Ripaablikaanii – Doonaal Traamp irratti qeeqa roobaa turan. Ka Prezidaant Obaamaa booda, taayitaa prezidaantummaa fudhatanii biyyattii hoogganuu danda’an – Hilarii Kilinten ta’uu illee gad-jabeessanii dubbataa turan. Har’as, bakka walga’ichi itti geggeeffamaa jiru – waahila keenya Soraa, Filaadelfiyaa irraa dubbisnee jirra.
Guutummaa qophii keenyaa dhaggeeffadhaa
Your browser doesn’t support HTML5