Lammiwwan Ertiraa Waraansa Mormuudhaan Maqaleetti Hiriira Bahan  

  • VOA

Faayilii - Baqatoota Ertiraa Finfinnee keessatti hiriira bahan, Waxabajjii 23, 2016

Lammiiwwan Eertraa Maqalee fi naannoo ishee jiraatan waraansa uummata Tigraay irratti labsame jedhan mormuuf hiriira mormii geggeessanii jiru.

Lammiiwwan Eertraa hedduun dilbata darbe waltajjiitti ba’uudhaan mormii isaanii dhageessisuun gabaasameera.

Gabaasaa guutuu caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Lammiwwan Ertiraa Waraansa Mormuudhaan Maqaleetti Hiriira Bahan