Magaalaa Gimbiitti Dargaggoonni lama Ajjeefaman

Oromia map

Magaalaa Gimbiitti dargaggoonni lama dhukaasa raayyaan ittisaa itti banameen ajjeefamuu jiraattonni dubbataa jiran.

Akka jiraattonni jedhanitti, namoota lameen keessaa tokko kaleessa ajjeesame, kaan har’a ajjeesame. Magaalittii keessatti sagaleen meeshaa guguddaa akka dhaga'amu illee dubbatu. Hoogganaan koomaand poostii naannichaa raayyaan ittisaa ajjeechaa sana hin raaw’atiin dubbata.

Gabaasaa Naakoor Malkaa Naqamtee irraa erge caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Magaalaa Gimbiitti Dargaggoonni lama Ajjeefaman