Ministriin Ittisaa Itiyoophiyaa Duraanii Aangoo Dhaaba Isaanii Gad Dhiisan

  • VOA

Obbo Siraaj Fargeessaa

Ministeera Ittisaa duraanii Itiyoophiyaa fi ajajaa command post kan turan obbo Siiraaj Fargeessaa taayitaa isaanii itti aanaa dura taa’aa sochii dimokraasummaa uummattoota kibbaa gad dhiisanii jiran.

Obbo Siraaj Fargeessaa minister Deettaa abbaa taayitaa geejjibaa obbo Miliyoon Maatewoosiin bakka bu’uun isaanii ibsamee jira.

Kaleessa dura taa’aan dhaabichaa obbo Shifarraa Shugguxee aangoo gad dhiisanii bakka isaanii afaan yaa’iin mana maree bakka bu’oota uummataa aadde