Miseensonni Paarlaamaa Awurooppaa 39, murtii-ejjennoo Paarlaamichi gaafa Caamsaa kudha-saddeetii dabarsee ture irraa itti-fufuudhaan, waa’ee dhiittaa mirga dhala-namaa Itiyoophiyaa keessaa nu yaaddesse – jedhan, Bakka-buutuu ol’aantuu Damee Dhimma Alaa, ka Gamtaa Awurooppaa – Federikaa Mogeriiniitti xalayaa barreessanii jiran. Jimaata dabre kana barreessame xalayaan kun.
Tigist Gammee, miseensota Paarlaamaa Awurooppaa xalayaa sana ergan keessaa bakka-buutuu Yunaayitid Kingdom – Juulii Waard, London irraa haasofsiistee jirtii. Jaallanne tu xalayicha waliin qindeessuun dhiheessa.
Your browser doesn’t support HTML5