Namoota Tigraay Irraa Gara Sudaan Baqatan

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Walitti bu’insi mootummaa federaalaa Itoophiyaa fi bulchiinsa mootummaa naannoo Tigraay edduutti deemaa jiru hammaachaa dhufuun namoota kumaan lakkaawamaan godaansaf saaxileera.

Jeequmsi jalqaba ji'a Sadaasa kanaa erga jalqabe namoonni kuma 15 ol gara Suudaan dheeffuu Rooyters gabaasera.