FINFINNEE —
Obbo Jawaar Mahaammad fi namoonni galmee isaanii irratti himataman kaan har'a mana murtiitti dhiyatanii jiru.
Manni murtii olaanaa Federaalaa dhaddacha Lidataa Ramadii 1ffaan oolmaa isaa har’aatiin, kan abbaan alangaa dhimmoota heeraa motummaa fi farraa shororkeessa irratti akka ragaaleen isaa golgaa duuba tahuun ragaa bahan gaafate kuffisee jira, jedhu – Abukaatoon himatamtootaa.
Your browser doesn’t support HTML5