FINFINNEE —
Obbo Jawaar Mohammed fi himatamtoonni biroon galmee isaanii irratti tarreeffaman har’a Mana-murtii Ol’aanaa Federaalaa, Ramaddii Lidataa, Dhaddacha tokkoffaa dhimma farra-shororkeessaa fi dhimmoota heera-mootummaa ilaalutti dhihaatanii jiran.
Dhaddachi mana-murtichaa har’a taa’uun isaa, Mana-murtii Waliigalaatti, dhaddachi ol-iyyannaa ilaalu falmiin akka irratti geggeessamu murtii dabarse ilaalchisee murtii kennuuf akka tahe dubbatan, abukaatoon himatamtootaa. Gabaasaa guutuu caqasaa
Your browser doesn’t support HTML5