Paaartiin Gadaa Bilisummaa Oromoo Eyyama Duraa Haqame Deebifachuu Dubbata

Hoggantoota Paaartii Gadaa Bilisummaa Oromoo

Manni murtii waliigalaa Federaalaa paartii Gadaa Bilisummaa Oromootiif eyyamni Boordiin Filannoo Biyyoolessaa haqee ture akka deebi'uuf murtesse, jechuun, Dura-ta'aan paartichaa VOAtti himanii jiran.

Paartiin Gadaa Bilisummaa Oromoo paartilee BoordiinFilannoo Biyyoollessa Itoophiyaa Bitootessaa 9 keessa eyyama isaanii haqe keessaa tokko. Tshaay Daamxoo tu Finfinnee irraa gabaase.

Your browser doesn’t support HTML5

Paaartiin Gadaa Bilisummaa Oromoo Eyyama Duraa Haqame Deebifachuu Dubbata