FINFINNEE —
Biiroon Aadaa fi Tuuriizimii Oromiyaa bulchiinsa magaalaa Finfinnee keessatti proojektiileen aadaa, seenaa, duudhaa fi eenyummaa oromoo muli'isan jalqabamanii jiraachuu ibse.
Biiroon kun akka ibsetti mannni baruumsaa aartii, manni nyaata aadaa Oromoo, waaltaaleen omishaa fi huccuulee aadaa Oromoo itti gurguraman proojektiilee ijaaramaa jiran keessaa haga tokko.
Namoonni proojektiilee kana daawwatanis aadaan, seenaa fi duudhaan Oromoo daran babal'atee akka beekamuuf proojektiileen kun qooda guddaa gummaachu, jedhu.
Gabaasaa guutuu caqasaa.
Your browser doesn’t support HTML5