Qorattuun aadaa fi akkaataa jiruuf jireenya hawaasaa (antropologist) Boonnii Holkoom Oromoo biratti Qabbanee Waaqoo maqa jedhuun beekkamti, erga bara 1971 Oromiyaa dhaqixee waayee Oromoo qorachuu, mirga Oromootii fi dhugaa Oromootii hojjachuu irraa teechee hin beektu.
Tajaajila oggoota 45 ummata Oromootii kennite ulfeessuu fi galatoomi jechuunidhaa dhiheenya kana magala ishiin keessa jiraatu Waashingitan Diisiitti sagantaan addaa bakka maatii fi hiriyoonni ishii akkasumas hawaasni oromoo argametti qophaaheefiit ture.
Suraan olitti mulatu kun han qopheesitoonni sagantichaa, Gareen Ogeessota Oromoo Boonnii wajjin bakka sagantaan geggeeffametti ka'ani.
Boonniin dhimma Oromoo maaliif hojii kiyya jettee qabatte? Maal faa gumaachite?
Gabaasa guutuu kana cuqaasuun dhaggeeffadhaa
Your browser doesn’t support HTML5