Uggurri Viizaa Yunaayitid Isteetis Beeksiste Jireenya Uummataarratti Hagam Dhiibbaa Qabaata? 

Doktoor Tafarii Margoo, Kanadaa Yunivarsitii Waterlootti barsiisaa fi qorataa dhimaa diinagdee fi Doktoor Qaasim Abbaa Naashaa, Finfinnee irraa ogeessa dinagdee dubbisne

Mootumaan Yunaaytid Isteets hookkara Tigiraay keessaan rakkoolee uumamaniin walqabatee namoota rakkoo sana keesaa harka qabu jedhaman irratti murtii vizaa ugguruu yokaan qoqqobuu baasee jira

Murtiin qoqqobii viizaa kun aangaawoota mootumaa yokaan warra rakkoo Tigiraay keessaan wal-qabatee maqaan isaanii adda baasame irra darbee jireenya uummata bal’aa hangam miidhuu yokaan hubuu danda’a?

Jireenya lammiwwan biyyaa irratti dhiibbaa fidu qabaa? Yaada jedhu irratti hayyoota dinagdee lama waliin marii taasisnee jirra. Doktoor Tafarii Margoo, Kanadaa Yunivarsitii Waterlootti barsiisaa fi qorataa dhimaa diinagdee fi Doktoor Qaasim Abbaa Naashaa, Finfinnee irraa ogeessa dinagdee dubbisne. Caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Uggurri Viizaa Yunaayiti Isteetis Beeksiste Jireenya Uummataarratti Hagam Dhiibbaa Qabaata?