WAASHINGITAN, DIISII —
Preezidaantiin Yunaaytid Isteetes Joo Baaydin fi giti isaanii kan Chaayinaa baatii Ebla dhufu gaafa 22 gama marsaritiin walgahuuf kan jiran ta'uun ibsamee jira.
Walgahii jijjiirama qilleensaa hogganoonni addunyaa Waashingits keessatti gaggeessan yeroo sana yoo ta'u prezidaant Baaydintu keessummeessa jedhamee jira
Jijjiirama qilleensaa kan ilaaleen mariin gaggeeffamuun imaammata alaa Amerikaan qabduu fi nagaaf dhimma akkaan barbaabachisaa ta'u Baaydin ni amanu.
Chaayinaan faalama qilleensaa addunyaa mudateef gaaza xura'aa Kaarboon Daay Oksaayid jedhamuhedduu qabdo jrdhu aangawoonni Amerikaa