Yaa'iin DhDUO 9ffan Jimmatti Haala Ho'aan Banamee

Dura taa'aan DhDUO fI Mummichi Ministeraa Dr Abiyyi Ahmad morkitootni siyaasa biyyaa keessatti socho'an ummani yoo yaada isaani fudhatee isaan filate teesso gadi dhiisuuf DhDUO qophii ta'uu isaa fi kan jjjirama kana gufachiisuuf diina waliin tumsu yoo jiraate garuu kan dinaan adda hin baafamne ta'uu dubbatan.

Yaa'iin DhDOU 9ffan hardha Jimmatti haala ho'aan banamee jira.

Your browser doesn’t support HTML5

Yaa'iin DhDOU 9ffan Jimmatti Haala Ho'aan Banamee