Yunaayitid Isteetis Aangawoota Itiyoophiyaa fi Ertiraarratti Uggura Viizaa Labsite 

  • VOA

Faayilii - Mana waraansa keessaatti dhukaasan rukkutame, Wuqiroo, Tigraay

Yunaayitid Iteetis, aangawoota Itiyoophiyaa fi Ertiraa waraansa baatii jahaa Tigiraay keessatti geggeessame hammeessuutti balaaleffataman, kanneen hookkaricha dhaabsisuuf tarkaanfiilee hiikkaa qabu hin fudhatiin ittiin jette irra kaleessa uggura Viizaa kaa’uu ishee labsitee jirti.

Mootummaan Itiyoophiyaa isaatiin, Yunaayitid Iteetis viizaa aangawoota Itiyoophiyaa ugguruudhaan dhiibbaa hin barbaachisne Itiyoophiyaa irra kaa’uun gaddisiisaa dha, jechuun ibsa baasee jira.

Your browser doesn’t support HTML5

Yunaayitid Isteetis Aangawoota Itiyoophiyaa fi Ertiraarratti Uggura Viizaa Labsite