Xurree ittiin seenan

Breaking News

Jireenyii Yaman Keessaa Daran Rakkisaa Dha: Baqataa


Faayilii - Godaantota Itoophiyaa buufata yeroo ka IOM keessa turanii fi biyyatti deebifaman, Yaman, Ebla 13, 2021.
Faayilii - Godaantota Itoophiyaa buufata yeroo ka IOM keessa turanii fi biyyatti deebifaman, Yaman, Ebla 13, 2021.

Hawaasnii addunyaa siviiloota Yaman miliyoona hedduu jireenya rakkisaa obsuun hin danda’amne keessatti dhiise jechuun hayyonni mirga dhala namaa kan Tokkummaa Mootummootaa qeeqanii jiran.

Kunis kan jedhame wal waraansii siviilootaa irratti gaggeeffamaa jiru waggaa 7ffaa seenuuf yeroo jedhu kanatti.

Erga bara 2015 wal waraansii biyyattii keessatti jalqabee as, namoonni ajjeefaman kuma 20 ol ta’u u fi lakkoobsii kun, kanneen barana ajjeefaman 1200 otuu hin dabalatiin akka tahe dubbatan qorattonni.

Baqataa sodaa nageenyaaf jecha maqaan isaa guutuu akka hin ibsamnee gaafate kan Abdii jedhamu Jaallanneen sana'aa irra haasofsiiftee jirti caqasaa.

Jireenyii Yaman Keessaa Daran Rakkisaa Dha: Baqataa
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:14 0:00


XS
SM
MD
LG