NAQAMTEE —
Godinaa Wallagga Lixaa aanaa Baabboo Gambeelitti namootni 57 tahan Koomaand poostiin erga hidhamanii baatiin lama darbe jedha maatii hidhamtootaa keessaa namni Raadiyoo sagalee Ameerikaaf yaada isaa kenne.
Waajjirri Paartii Diimookiraasawaa Oromoo aanichaa ammoo kan aanichatti hidhamanii jiran namoota saddeet ykn sagal hin caalani jedha.
Namootni 13 gara Gimbiitti ergamuun dhugaa tahuu himuun sababa mana murtiitti hin dhiyaaneefillee Raadiyoo Sagalee Ameerikaaf ibsaniiru Itti gaafatamaan waajjirichaa.
Naakoor Malkaa tu Naqamteerraa gabaase. Caqasaa.
Your browser doesn’t support HTML5