Baratooni Yunivarsitii Arsii Kollejji Sayinsii Fayyaa Barnootatti Hin Deebine

Baratooni Yunivarsitii Arsii kollejji sayinsii fayyaa torbaan tokko dura sababaa hiriraa bahan rebamaannif barnootatti hangaa yoonaa hin deebiine jechuun dubataan.

Baratooni Raadiyoo Sagalee Amerikaaf yadaa kennan akka jedhanitti rakkollee sirnaa barruu fi barsiisuu keessatti nuu mudataanif furmataa nuuf haa kennu qamni dhimmi ilaaluu jechuun gafachaa turera jedhaan.

Gama Yunivarsitiin gaffilee hedduun human yunivarisitiin olidha qamni dhimmi ilalus hojii mana futatera kan yunvarsitti ilalatu moo ni furamaa jedhan Dr. Qasiimi Qiimoo bakka bu'aa pirezadantii Yunivarsitii Arsii.

Your browser doesn’t support HTML5

Baratooni Yunivarsitii Arsii Kollejji Sayinsii Fayyaa Barnootatti Hin Deebine