FINFINNEE —
Paartiin Haqaa fi Dimookiraasii Uummatota Affaar, gamtaa paartiilee mormitootaa, Medrek, waliin qindoomina uummachuu isaa beeksise.
Qondoomina kana raggaasisuufis, gamticha Medrek waliin walii-galtee mallatteessanii jiran.
Your browser doesn’t support HTML5