Marii Dhimma Yeroo Filannoo Jijjiiruu fi Hojii Mootummaa Itti Fufsiisuu Irratti Geggeessame

Rakkoo biyya Itiyoophiyaa furuuf deemsaa seeraa qofa osoo hin taane mariin biyyaleessa fi falli siyaasaa barbaachisaadha jedhu, Dura ta'an Kongiresii Federaalawaa Oromoo Piroofeeser Maraaraa Guddinaa.

Haati alangaa waliigalaa Federaala Itiyoophiyaa Aadde Adaanech Abeebe immoo gama isaaniitiin mariin barbaachisaa ta'us olaantummaa seeraa kabajuun dirqama, jedhu.

Sababa weerara Koroonaaf jecha yeroo filannoo dabarsuu fi dhimmoota sanatti hidhata qaban ka biroo irratti faloota lafa kaa’aman ilaalchisee, Muktaar Jamaal lameen waliin marii geggeessee jira.

Your browser doesn’t support HTML5

Marii Dhimma Yeroo Filannoo Jijjiiruu fi Hojii Mootummaa Itti Fufsiisuu Irratti Geggeessame

Your browser doesn’t support HTML5

Kutaa 2ffaa: Marii Dhimma Yeroo Filannoo Jijjiiruu fi Hojii Mootummaa Itti Fufsiisuu Irratti Geggeessame