Haala Maay Kaadraa fi Matakkal Keessaa

  • VOA

Faayilii - Sirna awwaalcha namoota Maay Kaadraatti ajjeefamanii

Haleellaa magaalaa Maaykaadra keessatti gaggeeffameen namoonni maatii isaanii keessa namnii jalaa ajjeefamee yaadii sammuu isaanii miidhamuu bira darbee rakkoon dinagdee fi hawaasummaa akka isaan mudatee dubbatu.

Qaamnii ilaalcha nutti kenne hin jiru,abdii kutannaa fi borii isaanii foyya'ee yaaduun akka isaan rakkisu kanneen dubbatan jiru.

Wabiin jireenyaa kan itti hin dhaga'amne ta'u dubbatu.

Gama kaaniin bulchiinsa naannoo Beneshaanguul Gumuuz godiina Matakkal keessaa buqqaatonni kuma 100tti hedhaman kan jiran yoo ta’u, mootummaas haa ta’u dhaabolii gargaarsaa biraa deggersi argamaa jiraatus, soda nageenyaaf jecha federaala biraas haa ta’u naannoo sana irraa gara bakka adda addaatti midhaan nyaataa deddeebisuun akka hin danda’amne mootummaan naannoo Beennishangul Gumuz beeksiseera.

Your browser doesn’t support HTML5

Haala Maay Kaadraa fi Matakkal Keessaa