Feestivaalli Federeshinii Ispoortii Oromoo Ameerikaa Kaabaa Torban Dhufu Eegala 

Prezidaantii OSFNA, Maqfiraa Haji Ahimad Nuuree

Kan waggoota 25 dura hundeessame Federeeshiniin Ispoortii Oromoo Ameerikaa Kaabaa, ‘OSFNA’ jedhamuun beekamu, feestivaala Ispoortii fi aadaa waggaa waggaatti geggeessu kan bara kanaa, kutaa Minisootaa - magaalaa lakkuu Miniyaapoolis-Seent-pool keessatti Adoolessa 24 hanga 31tti geggeessama.

Qophiilee bara kanaa ilaachisee, Befeqaaduun, Prezidaantii OSFNA, Maqfiraa Haji Ahimad Nuuree dubbisuun, gabaasaa qindeesse qana.

Your browser doesn’t support HTML5

Feestivaalli Federeshinii Ispoortii Oromoo Ameerikaa Kaabaa Torban Dhufu Eegala