Itiyoophiyaan Duula Talaalii KOVID 19 Eegalte  

Ministeera Eegumsa Fayyaa Itoophiyaa, Dr Liyaa Taaddasaa

Itoophiyaan weerara covid 19 ittisuuf duula talaallii kennuu bultii 15f turu eegaluu ishii ministeerri fayyaa beeksiseera.

Duuli talaallii kennuu kun kaleessa magaalaa Finfinneetti kan eegalame yoo ta'u duula kanaan lammiileen sababaa rakkoo nageenyaan buqqa'an dursa argatu jedhan ministeerri fayyaa Dr. Liya Taaddassaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Itiyoophiyaan Duula Talaalii KOVID 19 Eegalte